Judges 19:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaarsi waan jed'eeni, Yoosi koota, worra kiyya nagayaani bulla, anati isani qorqorata, waan diida kana bultanifi inqabdani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaarsichi, «Nageenni siif haa ta'u! waan ati barbaaddu maraa ani sii kennaa ati garuu diida hin bulin» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaarsille, «Koy mana kiyya buli; ani waan si'iif barbaachisu mara hin kenna; badhinna keessa ammoo hin bulin» jedhe.