Judges 19:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani ato worri gammadani nyaate d'uge woliini tabatu, worri algali hamani toko, ka dira suni, mana marse, balbala worrati d'aane waan jaarsani jed'e, Namicha keessuma ka mana kanke keesa jiru suni gabaasi imidisomsina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma isaan akkanatti gammada'aaran worri adaba hin qabne ka qachaa keessa jiran dhufanii mana isaan keessa jiran san marsanii balbala tuttuma'aa jaarsicha abbaa mana saniitiin, «Nama mana kee seene hin fafeessinaa gad nuu baasi» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo isaan gammadiisatti jiranuu, qachaa keessaa namooti nama bukkoonsanu dedhuma mana san marsanee, balbala tumiisa jalqabane. Isaan jaarsicha abbaa manaatiin, «Namicha mana keeti keessa jiru, akka bukkoonsinu gad nuu baasi» jedhane.