Judges 19:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jaarsi abba mana iti gabahe, waan jed'eeni, Akananiti, oboleyaani tiyya, waan hamtu akana keessumicha kiyya intolchina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaarsichi abbaan manaallee isaanitti gad bayee, «Obboloowwan tiyya! yabo'oo waan hamaa akkanaa kana hin godhinaa'a; namni kun waan mana kiyya seeneef cubbuu akkanaa kana isa irratti hin hojjatinaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaarsichi ammoo gad bayee, «Jaalota tiyya! Lakkisa'a! Namichi kun keessummaa tiyya waan te'eef, waan hantuu akkasii hin hujina'a!