Judges 19:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kuno laala gaarayu isaatifi intalti tiyya ta taka nami infuud'inu kunooti isanii gayaasa, fud'ad'a, waan mataani keesani maddu tolfad'a. Ammo waan hamtu akana namicha kanati intolchina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucattiin tiyya ta durbaatii fi ta inni mata gala itti galu kunoo mana jiranii, ani gad isinii baasaa isaan salphisa'aatii waan barbaaddan isaan irratti godhaa'a, garuu nama kana irratti cubbuu akkanaa kana hin godhinaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gursumeettiin namichaatii fi intalti tiyya ta durraa kunoo ti! Isaan isiniif gad baasa, waan feetane isaan godha'aatii, itti taphadha'a. Nama kana irratti ammoo waan hantuu hin godhina'a!» jedhe.