Judges 19:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti bariite jennaani niitiini taani d'ufte, balbala mana jaarsa fulla d'iirsi jiruti jidde, haga lafti guyyatuti achuma ch'iifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Intalattiin sun ganamaan gara mana gooftaan isi'ii jiruu dhuftee balbala isaatitti kuftee haga lafti bari'uu achumatti hafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiin sun ganama boruun yennaa dayya'u, addee abbaan manaa isi'ii bule mana jaarsichaa bira dhuttee jiddee, haga latti bariitutti achi turte.