Judges 19:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diirama d'iirsi isi deemaa lafaa kae jennaani gaarayu isaa ta mana dura harka balbalati d'eerefate ch'iiftu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bariisaa san abbaan worraa isi'ii deemu'uuf hennaa balbala banatu, isiin akkuma harka ufii gara manaa deebiftee badhifteen ka kufteertu argee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan manaa isi'ii ganama ka'ee deemiisaaf balbala yennaa banu, gursumeettiin isaa gulantaa balbalaa irratti harka ifii badhifattee jiddeertuun dhaggee,