Judges 19:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti ka waan kana arge maadefate waan jed'e, Nu haguma d'alanne taka waan akana ind'ageenne! Eegi worri Israeli lafa Misiri keesaa bahe, wonti akana taka ya taate d'iiro! Wonti kunini waan wolgaafatani wotolchu malani, me dubbad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa «Worri Israa'elii ka waan kana arge maruu, urga biyya Misiriitii baanee jalqabee wonti akkanaa kun sirima ta'ee hin beeku, wonti akkanaa kun hin argamnelle'e waan kana itti yaadaa'a, mari'adha'alle'e» woliin jedha'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri waan kana dhagge duudiin, «Nuuti waan akkasii dhageennee hin beennu! Israa'elooti biyyaa Gibxi'ii keessaa haga bayanee jalqabee, wonni akkasii tokkolle teetee hin beettu yookiin dhaggantee hin beettu! Marroo waan kanaa itti yaadadha'a, mari'adha'aatii waan goonu nutti hima'a» jedhane.