Judges 19:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tai jed'e haga guyya sadi bulche, worri nyaate d'uge achuma bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka haga guyyaa sadihii achi bulu godhe; nyaata'aa, dhuga'aa achuma turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaa ka sodda'aa, abbaan isi'ii akka inni achi turu godhe; maarre inni nyaataa unaa guyyaa sad achi ture.