Judges 19:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya afreeso ganama lafaa kaani ilmaltu kurfefatani, ammo abbaani intalaa waan namicha Lawitini jed'e, Qara bud'o bafad'a aka jajabaatani, duuba kaa, yaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa arfeesso'ootitti ganama ka'anii deemu'uuf qophaayan; abbaan mucatti'ii soddaa ufiitiin, «Akka jabaattu, dura midhaan nyaadhu! achiin maayessa hin deemtaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa guyyaa arfeesso'oo, barii ganamaan ka'anee deemiisaaf qophowane. Abbaan sodda'aa ammoo dhirsa intala ifiitiin, «Jabaattee akka deentuuf, qara wo nyaadhu» jedhe.