Judges 19:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba jari lachu woliini nyaate d'unnaani, abbaani intalaa waan jed'eeni, Aabba halkani kanale sagale quufte nagayumani ufira bulte ho?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu namoonni lamaanuu taa'anii woliin nyaatanii dhugan; abbaan mucatti'ii namicha gosa Leewwi'ii saniin, «Yabo'oo adhallee gammadii asuma buli» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namooti lamaanuu sun tee'anee nyaatanee unane; achiin duuba abbaan sodda'aa dhirsa intala ifiitiin, «Maganne'ee, adhalle asuma buliitii gammadi» jedhe.