Judges 19:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi Lawi deemaa kaanaani, soddaani isaa sobate buli jed'eeni, jennaani ufi iraa bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Soddaan hin dhooggeen; inni garuu deemu'uuf ka'e; inni isa dhoogginaan achuma bule.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwichi sun galiisaaf yennaa ka'e, abbaan sodda'aa isaa ammoo, akka inni buluuf uttise; maarre inni halkan san achi bule.