Judges 19:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya shaneeso ganamaani lafaa kae, deemaa kurfefate, ammo abbaani intalaa waan jed'eeni, Bud'o baafad'i, aka jajabaatu, gulantana deemta. Duuba tatani woliini gololfatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa shaneesso'ootitti deemu'uuf ganamaan ka'e, abbaan mucatti'ii garuu, «Yabo'oo waa nyaadhu t aduun sii haa qabbanooftuu» jedheen; kanaafuu namoonni lachuu woliin nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa guyyaa shaneesso'oo barii ganama deemiisaaf ka'e; abbaan sodda'aa ammoo, «Maganne'e wo nyaadhu; aduu qabbaneeffattee deenta» jedhe. Tanaaf abbaan sodda'aatii fi dhirsi intalaa sun woliin nyaatane.