Judges 19:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichafi gaarayu isaatifi hojattuuni isaa deemaa kaani jennaani abbaani intalaa waan jed'eeni, Lafa, aduuni ladite, yo ufi ira bultani woya, lafti amuma tana la dukanofte, worri keesanuma, ufi ira bulaa, bori ganama kaatani yaatani galtani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi gosa Leewwi'ii, ta inni mata gala itti galuu fi tajaajilaan isaa deemsaaf hennaa ka'an abbaan mucatti'ii, «Laalaa'a! kunoo amma lafti galgalaaye, lafti waan isinitti halkanaawuuf edana asuma buluu isinii woyya boru ganamaan kaatanii deemtanii» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi Lewwi'ii sun gursumeettii ifiitii fi tajaajilaa ifii woliin deemiisaaf yennaa ka'e, abbaan sodda'aa isaa, «Kunoo amma isinitti dhi'aarti; ammumaayyuu dukkanowiisatti jirti; edana asuma bula'aatii gammada'a; boru barii ganamaan kaatanee gara mana keessanii deentan» jedhe.