Judges 2:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani AABBO Waaqa Gilgali kaate, Bokimu d'at'e waan worra Israelitini jette, Anini lafa anini ababoota teesaniti kakhad'e isaniini d'ufe, waan jed'e, Anini deebie wold'aqisa isani woliini tolfad'e inch'absu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii Gelgala'aa gara Bookimii dhufee, «Ani biyya Misiriitii isin baasee biyya abbootii teessanii kennu'uuf waadaa galetti isin galcheera; ‹Ani waadaa kiyya ka bara baraa ka isin woliin gale hin diigu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa qachaa Giilgalii irraa gara Bokiimii ol bayee, Israa'elootaan, «Ani biyya Gibxi'iitii isin baasee, gara biyya abbootii teessan ta duriitiif kenniisaaf waadaa galee isin fide; ani, ‹Gondooroo isin woliin godhe haga bara baraa hin diigu.