Judges 2:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Israeli waan hamtu Waaqa durati tolche Waaqoota Baali jed'ani kad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa ijoolleen Israa'elii waan hamaa Rabbiin afo'otti hojjatanii Ba'aaliin waaqeffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Israa'elii waan fuula Mootii Waan Maraa duratti hantuu te'e hujjee, waaqota dharaa Ba'aal waaqonfatte.