Judges 2:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri AABBO Waaqa ababoota isani ka lafa Misiri keesaa worra baase lakise Waaqa d'ibi ka worra worri woliini qubatu, gula yaani, durati jilbifatani, AABBO Waaqa dallansiisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa abboota isaanii biyya Misirii keessaa isaan baase dhiisanii waaqolee tolfamaa banii ormaa ka naannoo isaanii jiraniin adda waaqolee tolfamaa biraa faanaa bu'a'aa sagadaniifii Rabbiin aarsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii isaanii biyya Gibxi'ii keessaa baase waaqonfatiisa lakkisane; waaqota worra adaala isaanii jiruu hordofanee, sagadiisa jalqabanee, Mootii Waan Maraa aarsane.