Judges 2:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi worra guddo iti dallane, nyaapa worra saamu iti gad'iise. Nyaapi suni worra dabsate, duuba worri Israeli ufi iraa d'owu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee Israa'eliin lolee worra isaan booji'aniif dabarsee isaan kennee harka diintota naannoo isaanii jala waan isaan galcheef diintota ufii uf irraa dhoogguu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'eliititti aaree, worra isaan saamutti dabarsee isaan kenne; inni harka diinota adaala isaanii maratti isaan gurgure; achiin duuba kolbaan Israa'elii diinota ifii ifi irraa dhooggatiisa hin dandeenne.