Judges 2:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri nyaapa had'u d'aqu ch'ufa AABBO Waaqi worra qarqaaru dide akuma inni qara jed'e kaani; duuba akanaani worri guddo gaargale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi dubbatee isaanii kakate, karaa bayan marattuu harki Rabbii waan isaanitti hammaateef guddisanii dhiphatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akkuma kaku'uun isaanitti dubbate, yennaa lolaaf bayanu mara, akka isaan injifatamanuuf isaan morme; tanaaf isaan guddoo rakkatane.