Judges 2:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi jaallaboota worraa kenne ka harka worra worra saamu keesaa baaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi abboota murti'ii isaanii kaasee, worra isaan booji'e harkaa isaan baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, Israa'eloota worra isaan saamu jalaa akka baasanuuf abbootii mura'aa isaaniif kaase.