Judges 2:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi Israeli dallane waan jed'e, worri kunini ya wold'aqisa anini ababoota worra woliini tolfad'e ch'abse. Waan worri na ch'aqasu dideefi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi guddisee isaaniin lolee «Baniin kun ajaja waada'aa ka ani abboota isaaniitii kenne waan diiganiif, dubbii kiyyallee waan dhagawuu didaniif,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf aariin Mootii Waan Maraa kolbaa Israa'elii irratti bobeettee, «Kolbaan tun gondooroo ani abbootii isaanii ta durii akka eegatanuuf ajaje diiganee, ajaja kiyyalle waan hin eegatiniif,