Judges 2:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini deebie gosa duri, gaafa Yoshuani jiru, lafa suni keesa jirtu keesaa gusse imballeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaa abboonni deemaniin, dubbii Rabbii akka eeganiif akka hin eenne Israa'eliin qoru'uuf jedhee haga Iyyaasuun du'e worra ormaa keessaa nama tokkollee isin afo'oo hin ariine» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gosa biyya adda addaa ka Iyaasuun yennaa du'e lakkise, ani haganaa achi isaan keessaa tokkolle ari'ee hin baasu.