Judges 2:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani AABBO Waaqi gosa suni lafa keesati lakise, ka harka Yoshuati inkennini, yokhaani eegi Yoshuani duele keesaa ingussini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra ormaa kanniin ariifatee isaan afo'oo hin ariine; Iyyaasu'uttillee dabarsee hin kennine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa gosa biyya adda addaa san achuma akka le'anu godhe; ariiti'iin ari'ee isaan hin baanne; harka Iyaasu'uulletti dabarsee isaan hin kennine.