Judges 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini amma waan jed'u, Anini worra kana isani duraa imbaasu, worri nyaapa keesani tahe waaqooti worra ch'ufti t'urura isaniti taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani isin afo'oo isaan hin ari'u; isaan garuu isin rakkisan; waaqoleen tolfamaan isaaniillee Siiboo isinitti ta'an» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani amma, worra kana isin duraa hin ari'u. Isaan isiniif diina te'an; waaqoti isaaniille tiyyoo isinitti te'an» jedhe.