Judges 2:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tanaafi fulla suni Bokimu maqa baasani, achiti AABBO Waaqaa sorio baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa hulee sanii «Bookiim » jedhanii itti baasan; hulee sanitti ciincaa Rabbiif dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf addeen sun «Bokiim » jedhantee moggaafante. Isaan achitti ciincaa Mootii Waan Maraatiif dhikeessane.