Judges 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga Yoshuani jiru, worri Israeli AABBO Waaqa hojate, ammalle eegi inni duele haga jaaroleeni waan guddo AABBO Waaqi worra Israeliti tolche argite jirtule akasuma isaa hojatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma bara Iyyaasuun jiru maraa waan guddaa Rabbi Israa'elii godhe arganii, Iyyaasu'uun maayessallee bara bulchiinsa jaarsotaa maraa baniin Rabbiin waaqeffate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara Iyaasu'uutii fi bara jaarsolee isaan duuba le'anee, waan gugurdoo Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'eliitiif godhe mara dhagganeetitti, kolbaan Waaqa waaqonfatte.