Judges 2:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba lafuma isaa ta qooda kennanifi keesati isaa awaalani, ta maqaani isii Timnathi Heresi jed'ani, lafa gaareeni Efraimu, ta gaara Gaashitini mirgaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Efreemii lafa gaaraa ta gaara biyya Ga'aasii gara mirgaatiin jirtuu «Taminaarisii» daangaa lafa isaatitti awwaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lafa qooda isaa biyya Efreemii koobittii, ta gaara Ga'aashii irraa gara kaabaa jirtu, Tiimnaat-Heresitti isa awwaalane.