Judges 20:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli, haguma Dani mirgaa bahe Beersheba bitaati d'aabe, lafa Gileadi, ta ilaboru woliini, yaamicha kana d'agaye, haguma gahuni, Mispati AABBO Waaqa durati wolti bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii worri lafa Gala'aadii gara baya biiftu'uutiin jiran, worri kaabaa fi kibbaa Daaniitii haga Beersaabeehii jiran maruu lolaaf qophaayanii tokko ta'anii Mitsipha'atti Rabbiin afo'otti wol gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii qachaa Daanii ka gara kaabaa irraa haga Bersheebaa gara kibbaa, akkasuma qachaa Giil'aadii ka gara aduun baatuu jiru duudiin, yaada tokkochaan qachaa Miispha'aatitti Mootii Waan Maraa duratti wolitti qabante.