Judges 20:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Israeli ch'ufti nama ergaa lafa gosa Benjamini keesa ergite waan jette, Dabi hamani kunini maani, ka isani tolchitani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Israa'elii gara gosa Biiniyaamii, «Wonti hamaan akkanaa ka isin keessatti raawwatame kun maali'i? nullee akkasuma akka isaan ajjeefnu, waan hamaa Israa'eliin keessaa akka balleessinu, namoota womaa womtee Gibi'aa keessa jiran baasa'aatii nuu kennaa'a jedhanii namoota gara gosa Biiniyaamii ergan; ijoolleen Biiniyaamii garuu waan ijoolleen Israa'elii jette hin dhageenne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi Israa'elii gara gosa Beniyaamii namoota erganee, «Wonni hantuun namooti gariin odduu teessanitti hujane kun maan?