Judges 20:13 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hurrisa, worra algala hama daba kana hojatte nuti kenna, aka nu worra find'e hameenna kana gosa Israeli keesaa baamnu. Ammo worri Benjamini dubbi worra odula kaasu dide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma namoota waan hantuu akkasii hujanee Giibe'aa keessa jiranu qaba'aatii nutti kenna'a; nuuti isaan ijjeennee, hujii hantuu tana Israa'el keessaa balleessina» jedhane. Worri Beniyaaminii ammoo waan Israa'elooti obboleeyyan isaanii isaanitti himane hin fudhanne.