Judges 20:16 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii sanniin maraa keessaa namoonni harka bitaachaatiin lolan namoota dhibba torba; namoonni kunniin yoo dhaga'aan darbatan waan haga rifeensa mata'aatuu darbatanii hin dhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltoota tana keessaa namooti dhibbi torba bitaatticha; isaan looyya'aan dhakaa rifeensa tokkotti yoo qolaansanu irraa hin qabanu.