Judges 20:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli ch'ufti Betheli d'aqe, Waaqa gaafate waan jed'ani gochiti qara Benjamini haatu tami? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Gosa Yuda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii ka'anii gara Beeteelii yaa'anii, «Ijoollee Biiniyaamiitiin lolu'uuf eentu nu afoo haa bawu? jedhanii Rabbiin gaafatan; Rabbillee, «Yihuudaan isin haa firrisuu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti gara qachaa Bet'elii ol bayanee, «Gosa Beniyaaminii loliisaaf nu keessaa gosa tamitti dura aana?» jedhanee Waaqa gaafatane. Mootiin Waan Maraa, «Gosi Yihuda'aa dura aantuu ti» jedhee deebise.