Judges 20:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gugurdaani gosa Israeli ch'ufti woltibahisa gumiini Waaqa wolti baate keesa jira, ammalle askarti nama kuma d'ibba afuri ka miilaani yauti gumi tana keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni bani'ii worri guraade'een lolan, worri meeshaa woraanaa ka lukaatiin lolan maruu baniin haga kuma dhibba afurii banii Rabbii woliin dhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooressitooti kolbaa gosa Israa'elii duudiin, yaa'ii kolbaa Waaqaa loltoota miilaa kuma dhibba afur ta shallaagaa hidhatteertu keessatti dhaggamane.