Judges 20:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri Benjamini, aka worri Israeli ch'ufti Mispati wolti bahe d'agaye, duuba worri Israeli namicha Lawi kaani gaafate waan jed'eeni, Aka hameenni kunini gula d'ufe nuti himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san ijoolleen gosa Biiniyaamii worri Israa'elii akka Mitsipha'atti wol gayan dhagayan; ijoolleen Israa'elii isaaniin, «Wonti hamaan kun attamitti akka raawwatame nutti himaa'a» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Beniyaamii gosi Israa'elii duudiin Miispha'atti akka wolitti qabamane dhage'ane. Israa'elootille, «Wonni hantuun tun attamiin akka teete nutti hima'a» woliin jedhane.