Judges 20:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba maro sadeeso duula Benjamini had'ani, akuma qara kaani askarti worra Gibea d'aatuti kurfeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa sadeesso'oo ijoolleen Israa'elii yaa'anii Gibi'aa afo'otti akkuma duraanii duulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa sadeesso'oo, Israa'elooti worra Beniyaaminii loliisaaf ol bayanee, akkuma qaraa fuullee qachaa Giibe'aatitti addee qabatane.