Judges 20:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Benjamini waan jed'e, Akuma qara kaani yayu worra dabsanne. Ammo worri Israeli qara waan jed'e, Koota, duraa baqanne, dira worra ira fageesine, karaati d'ieesina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Biiniyaamii, «Worri Israa'elii akkuma duraanii nu harkatti dhayaman» jedhan; ijoolleen Israa'elii garuu, «Dheessinee qachaa keessaa haa yaanuu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Beniyaaminii, «Nuuti akkuma qaraa Israa'eloota injifatiisatti jirra» jedhanee yaadane. Israa'elooti ammoo, «Gara duubaa baqatanee qachaa irraa fagaatanee kara'atti akka bayanu isaan goona» jedhane.