Judges 20:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba duuli Israeli dudda duuba deebie. Baal-Tamariti ch'ibra tolfatani, jari Gibea marse kaani fulla iti d'okhate ta d'akhaye, ta d'aatu dira taani, gadi bafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii hulee duraatii ka'anii Ba'aaltaamaaritti duulan. Worri Israa'eliillee ka dura Gibi'a'atti dhokatanillee gara raasa'aa yaa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre loltooti Israa'elii duudiin gara duubaa addee, «Ba'aal Taamaar» jedhantutti addee qabatane; loltooti qachaa Giibe'aa gara aduun seentutti riphaneeranu ori'anee bayane.