Judges 20:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami kuma kud'ani ka Israeli keesaa filani kaani aka jaba Gibeati woli had'ani. Worri Benjamini, aka badiini worra geete, kana inhubanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Israa'elii keessaa namoonni kuma kudhanii ka akkaataa adda ta'een filataman Gibi'aa irratti balaa guddaa buusan; lolli jabaata'aa deeme, worri Biiniyaamii wonti kun marti yoo ta'u, hennaa dhiyoo keessa akka rakkoon isaan irra gawu hin beenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'eloota mara keessaa loltooti kuma kudhan filamanee, qachaa Giibe'aa loliisaaf dhufane; lolli sunille lola jaba'a. Worri Beniyaaminii ammoo badiin akka isaanitti dhikaatte hin hubanne.