Judges 20:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari d'okhate suni Gibea duude, dirati gargari bahe, nama ch'ufa hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duulli riphee ture sun dhufanii namoota qachaa keessa jiran maraa guraade'een ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti riphaneeranu ariiti'iin gara qachaa Giibe'aa ori'anee, namoota qachaa keessaa duudii shallaaga'aan ijjeesane.