Judges 20:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba duula Israeli kaanifi jari Israeli ka d'okhate kaani qara akheekha woli kenne, akheekhi sunini kana: hojja aara ibida ka aka dumansa olbahu argani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri dhokatanii turan qachaa keessatti duumessa akka aaraa haa kaasani'iif worra duulaa ka worra Israa'elii woliin malkata wolii galte'ee godhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Israa'elootaa loltoota riphane woliin qachaa keessaa beessisa duumensa aaraa akka ol kaasanu, wolii galtee godhaneeraniiyyu.