Judges 20:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli ka qara nyaapa duraa baqate kaani iti garagala. Yo suni worri Benjamini ya worra Israeli nama sodoma ijeese waan woliini jed'e, Akuma qara kaani ya worra dabsanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa malkata saniitiin worri duulaa ka worra Israa'elii hujii deebi'anii lolu'uu argisiisan; worri Biiniyaamii haga ammaa worra Israa'elii namoota soddomaa waan ajjeesaniif, «Akkuma duraan isaan findhe, ammallee akkasuma isaan goone» jedha'aa dhaadatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worri Israa'elii lola irraa duubatti deebi'ane; worri Beniyaaminii ammoo Israa'eloota soddoma waan ijjeesaneeranuuf, «Akkuma lola qaraa nuuti isaan injifatiisatti jirra» jedhanee yaadan.