Judges 20:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi Lawi, ka gaarayu isaa ijeesani kaani, waan jed'e, Anaafi gaarayuni tiyya dira Gibea, ka lafa Benjamini, bulle jennaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan worraa ka intala duutee namichi gosa Leewwi'ii akkana jedhee isaanii deebise; «Anii fi ta ani mata gala itti gale achi bulu'uuf gara Gibi'aa qachaa biyya Biiniyaamii dhandhe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi Lewwichi abbaan manaa, ka dubartii ijjeefantee sun deebisee, «Anii fi gursumeettiin tiyya qachaa Giibe'aa ka biyya Beniyaaminii keessaa buliisaaf dhunne.