Judges 20:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli garagale jennaani worri Benjamini baddi ufi arge mudame,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'eliillee uf irra gara galanii hennaa laalan, worra Biiniyaamii akka wonti hamaan isaan irra gaye arganii nayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Israa'elooti deebi'anee lolane; worri Beniyaaminiille badii isaanitti dhikaatte waan dhagganeef bararaqane.