Judges 20:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worra Israeli duraa lafa diidati baqate, ammo worra duraa bahu dad'abe. Wonti akanatiifi worra yayu gama lachuyu marsani, worri dira keesa jiru kaani gabahe worra balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Biiniyaamii uf irra gara galanii worra Israa'elii jalaa dheessanii gara lafa gammoojji'ii yaa'an; duulli hordofee isaan dhaqqabe, worra qachaa keessaa yaa'an uf jiddu'utti ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf isaan Israa'eloota duraa gara goomole'ee gula baqatane; te'uu malee loltoota Israa'elii jalaa bayiisaaf hin dandeenne; worri qachaa keessaa gad bayiisatti jiru wodhakka'atti isaan ijjeesane.