Judges 20:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kaani d'ibiini garagale, lafa diida ta d'akhaye Rimoniti baqate. Ammalle nama kuma shani karaati fit'ani. Ka hafele gara Gidomu gussani nama kuma lama keesaa fit'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isaan irraa hafan deebi'anii gara dhagaa lafa gammoojji'ii gara dhagaa Reemoonii baqatan; isaan keessaa namoota kuma shanii kara'atti fixan; gara Gidi'aamiillee isaan ari'anii namoota kuma lamaa ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan gara goomole'ee gula rassaa Rimooniititti baqatane, loltooti Israa'elii karaa irratti namoota kuma shan isaan keessaa ijjeesane; haga Giidomiititti ari'anee namoota kuma lama dabalanee ijjeesane.