Judges 20:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini reefa isii fuud'e gargari ch'ire, gosa kud'ani lama ta Israeli toko tokooni iti erge. Wonti anini akasi tolcheefi, worra kanati hameennaafi daba takuma inargini nu keesati tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee ta ani mata gala itti gale kukkutee wonti hamaan akkanaa kunii fi cubbuun akkanaa kun Israa'eliin irratti waan hojjatameef gara biyya Israa'elii marattuu erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan hantuu fokkisiittuu akkasii waan hujaneef, ani reeffa isi'ii fuudhee kukkutee, gara kutaa biyya gosa Israa'elii tokko tokkottuu erge.