Judges 20:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nu taanu tana: hit'a buufanne, nama Gibea had'u fohanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti nu goonu hixaa buufnee namoota Gibi'aa irratti balaa buusu filanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo wonni nuuti goonu, qachaa Giibe'aa irratti hixa'aan duulla.