Judges 21:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Yabeshi suni keesa dubra d'ibba afuri argani, fuud'ani Shilo ta lafa Kanaani keesatini d'ufani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Durba babbareeddan dhiira bira hin geenne dhibba afurii worra Iyyaabisii Gala'aadii keessa jiraatu keessatti arganii gara Seeloo biyya Kana'aanii jirtuu gara qe'ee ufii isaan fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan namoota qachaa Yaabesh-Giil'aad keessa le'u duudii keessaa durra dhibba afur dhagganee, gara qachaa Shiilo'oo addee quttuma ifii ta lafa Kana'aanii keessa jirtuu fidane.