Judges 21:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani gumiini taani ch'ufti worra Benjamini, ka d'akha Rimoni jiru, qonqo iti ergite, koota ga gala, nagaya dubbanna jetteeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa baniin maruu gara banii hulee dhagaa Riimoonii bira jiraatuu gara worra Biiniyaamii akka lolli dhaabatuuf dhaamsa isaanitti ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba wolde'i duudiin namoota Beniyaaminii worra rassaa Rimoonii keessa jirutti erganee nageenni akka bu'e lassii dabarsane.