Judges 21:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Benjamini gale jennaani dubra Yabeshi — ta boojiani taani qoodanifi, ammo dubarti sunini worraani inqit'omne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san worri gosa Biiniyaamii deebi'anii dhufan; worri Israa'elii durba Iyyaabisii Gala'aadiititti du'a irraa hambisan isaanitti fuudhan; garuu durbi sunniin laakkobsaan hagoo waan ta'aniif wol isaan hin geenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf worri Beniyaaminii deebi'ane; Israa'elootille durra Yaabesh-Giil'aad keessaa baraaree hafane, isaan fuusisane. Durri sun ammoo isaan mara hin geenne.