Judges 21:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti worra Benjaminiti naate, waan AABBO Waaqi gosa Israeli, gosa toko keesaa balleese, akasiini seleseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi tokkummaan gosa Israa'elii akka addaan citu waan godheef, baniin maruu waan Biiniyaamiitiif guddisanii gaddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra Beniyaaminii gosa Israa'elii irraa gargar waan baaseef, kolbaan Israa'elii gosa Beniyaaminiitiif gaddite.